لَهُم مَّا يَشَآءُونَ فِيهَا وَلَدَيْنَا مَزِيدٌ Oromo Translation - Gali AbaborIsaaniif waan fedhantu ishee keessa jira, Nu bira daballis jira.