وَهُوَ ٱلَّذِى كَفَّ أَيْدِيَهُمْ عَنكُمْ وَأَيْدِيَكُمْ عَنْهُم بِبَطْنِ مَكَّةَ مِنۢ بَعْدِ أَنْ أَظْفَرَكُمْ عَلَيْهِمْ وَكَانَ ٱللَّهُ بِمَا تَعْمَلُونَ بَصِيرًا
Oromo Translation - Gali AbaborInnis Isa harka isaanii isin irraa, harka keessanis isaan irraa qabeedha Laga Makkaa keessatti. erga isaan irratti isin moosisee booda. Rabbiin waan isin hojjattan argaa ta’eera.