caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Ash-Shura, Verse 18

Mecca · revelation order 62 · 42:18

يَسْتَعْجِلُ بِهَا ٱلَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِهَا وَٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ مُشْفِقُونَ مِنْهَا وَيَعْلَمُونَ أَنَّهَا ٱلْحَقُّ أَلَآ إِنَّ ٱلَّذِينَ يُمَارُونَ فِى ٱلسَّاعَةِ لَفِى ضَلَٰلٍۭ بَعِيدٍ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan isheetti hin amanin ishee jarjarfatu. Isaan amanan (garuu) ishee irraa sodaatu; haqa ta’uu ishees ni beeku. Dhagayaa! Isaan Qiyaamaa keessatti falmanu jallina fagoo keessa jiru.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70