caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Fussilat, Verse 50

Mecca · revelation order 61 · 41:50

وَلَئِنْ أَذَقْنَٰهُ رَحْمَةً مِّنَّا مِنۢ بَعْدِ ضَرَّآءَ مَسَّتْهُ لَيَقُولَنَّ هَٰذَا لِى وَمَآ أَظُنُّ ٱلسَّاعَةَ قَآئِمَةً وَلَئِن رُّجِعْتُ إِلَىٰ رَبِّىٓ إِنَّ لِى عِندَهُۥ لَلْحُسْنَىٰ فَلَنُنَبِّئَنَّ ٱلَّذِينَ كَفَرُوا۟ بِمَا عَمِلُوا۟ وَلَنُذِيقَنَّهُم مِّنْ عَذَابٍ غَلِيظٍ

Oromo Translation - Gali Ababor(namni) Yoo rahmata Nu irraa ta’e isa dhandhamsiifne erga rakkoon isa tuqee booda nijedha “kun anaaf mala; ani Qiyaaman ni dhaabbatti jedhee hin yaadu; yoon gara Gooftaa kiyyaa deebifames, Isa bira gaariitu naaf jira” (jedha). Dhugumatti, warra kafaran waan isaan hojjatan isaanitti odeessina, adabbii ulfaataa isaan dhandamsiisiifna.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70