caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Fussilat, Verse 21

Mecca · revelation order 61 · 41:21

وَقَالُوا۟ لِجُلُودِهِمْ لِمَ شَهِدتُّمْ عَلَيْنَا قَالُوٓا۟ أَنطَقَنَا ٱللَّهُ ٱلَّذِىٓ أَنطَقَ كُلَّ شَىْءٍ وَهُوَ خَلَقَكُمْ أَوَّلَ مَرَّةٍ وَإِلَيْهِ تُرْجَعُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborGogaalee isaanitiin “Maalif ragaa nurratti baatu?” jedhan. [Isaan] ni jedhu: “Rabbii Isa waan hunda dubbachiisetu nu dubbachiise, inni kan yeroo jalqabaa isin uume, kan gara Isaatti deebifamtan.”
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70