caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Ghaafir, Verse 21

Mecca · revelation order 60 · 40:21

أَوَلَمْ يَسِيرُوا۟ فِى ٱلْأَرْضِ فَيَنظُرُوا۟ كَيْفَ كَانَ عَٰقِبَةُ ٱلَّذِينَ كَانُوا۟ مِن قَبْلِهِمْ كَانُوا۟ هُمْ أَشَدَّ مِنْهُمْ قُوَّةً وَءَاثَارًا فِى ٱلْأَرْضِ فَأَخَذَهُمُ ٱللَّهُ بِذُنُوبِهِمْ وَمَا كَانَ لَهُم مِّنَ ٱللَّهِ مِن وَاقٍ

Oromo Translation - Gali AbaborSila dachii keessa deemanii booddeen warra isaan dura turanii akkam akka taate hin ilaalanuu? Humnaafi dachii keessatti faana dhiisuun isaan irra ciccimoo turan, Rabbiin badiilee isaaniitif isaan qabe (adabbii) Rabbii irraa wanti isaan tiksu tokkollee isaaniif hin jiru.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70