فَإِذَا قَضَيْتُمُ ٱلصَّلَوٰةَ فَٱذْكُرُوا۟ ٱللَّهَ قِيَٰمًا وَقُعُودًا وَعَلَىٰ جُنُوبِكُمْ فَإِذَا ٱطْمَأْنَنتُمْ فَأَقِيمُوا۟ ٱلصَّلَوٰةَ إِنَّ ٱلصَّلَوٰةَ كَانَتْ عَلَى ٱلْمُؤْمِنِينَ كِتَٰبًا مَّوْقُوتًا
Oromo Translation - Gali AbaborYeroo salaata raawwattan, dhaabbataa, taa'aafi cinaachoowwan keessan irra haala taataniin Rabbiin faarsaa. Yeroo tasgabbooftan salaata dhaabaa. Dhugumatti, salaanni mu’uminoota irratti dirqama yeroon isaa murtaa’e ta’eera.