caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nisaa, Verse 104

Medina · revelation order 92 · 4:104

وَلَا تَهِنُوا۟ فِى ٱبْتِغَآءِ ٱلْقَوْمِ إِن تَكُونُوا۟ تَأْلَمُونَ فَإِنَّهُمْ يَأْلَمُونَ كَمَا تَأْلَمُونَ وَتَرْجُونَ مِنَ ٱللَّهِ مَا لَا يَرْجُونَ وَكَانَ ٱللَّهُ عَلِيمًا حَكِيمًا

Oromo Translation - Gali AbaborUmmata (diinaa) barbaacha keessatti hin laafinaa; Yoo kan laalattan taatan isaanis akkuma isin laalattanitti laalatu, Rabbi irraa waan isaan hin kajeelle kajeeltu. Rabbiin beekaa, ogeessa ta'eera.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70