ذَٰلِكَ جَزَيْنَٰهُم بِمَا كَفَرُوا۟ وَهَلْ نُجَٰزِىٓ إِلَّا ٱلْكَفُورَ
Oromo Translation - Gali AbaborWaan isaan kafaraniif sana galata isaanii galchine. (Adaba akka kanaa) akkaan kafaraa malee ni galchinaa?
ذَٰلِكَ جَزَيْنَٰهُم بِمَا كَفَرُوا۟ وَهَلْ نُجَٰزِىٓ إِلَّا ٱلْكَفُورَ