caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah As-Sajda, Verse 12

Mecca · revelation order 75 · 32:12

وَلَوْ تَرَىٰٓ إِذِ ٱلْمُجْرِمُونَ نَاكِسُوا۟ رُءُوسِهِمْ عِندَ رَبِّهِمْ رَبَّنَآ أَبْصَرْنَا وَسَمِعْنَا فَٱرْجِعْنَا نَعْمَلْ صَٰلِحًا إِنَّا مُوقِنُونَ

Oromo Translation - Gali Ababorosoo gartee Yeroo yakkamtoonni Rabbii isaanii biratti mataalee isaanii gadi buusanii “yaa Gooftaa keenya! Arginee, dhageenyee,(addunyaatti) nu deebisi hojii gaarii hojjannaa nuti dhugoomsoodhaa” jedhan (argitee ) [silaa dubbii cimaa argita turte].
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70