يَٰٓأَيُّهَا ٱلنَّاسُ ٱتَّقُوا۟ رَبَّكُمْ وَٱخْشَوْا۟ يَوْمًا لَّا يَجْزِى وَالِدٌ عَن وَلَدِهِۦ وَلَا مَوْلُودٌ هُوَ جَازٍ عَن وَالِدِهِۦ شَيْـًٔا إِنَّ وَعْدَ ٱللَّهِ حَقٌّ فَلَا تَغُرَّنَّكُمُ ٱلْحَيَوٰةُ ٱلدُّنْيَا وَلَا يَغُرَّنَّكُم بِٱللَّهِ ٱلْغَرُورُ
Oromo Translation - Gali AbaborYaa namootaa! Gooftaa keessan sodaadhaa. Guyyaa abbaan ilma isaa hin fayyadne, kan ilmis abbaa isaa homaa hin fayyadne san sodaadhaa. waadaan Rabbii dhugaadha. Jiruun addunyaa isin hin gowwoomsin. (Sheyxaanni) gowwomsaan (obsa) Rabbiitiin isin hin gowwoomsin.