caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Aal-i-Imraan, Verse 78

Medina · revelation order 89 · 3:78

وَإِنَّ مِنْهُمْ لَفَرِيقًا يَلْوُۥنَ أَلْسِنَتَهُم بِٱلْكِتَٰبِ لِتَحْسَبُوهُ مِنَ ٱلْكِتَٰبِ وَمَا هُوَ مِنَ ٱلْكِتَٰبِ وَيَقُولُونَ هُوَ مِنْ عِندِ ٱللَّهِ وَمَا هُوَ مِنْ عِندِ ٱللَّهِ وَيَقُولُونَ عَلَى ٱللَّهِ ٱلْكَذِبَ وَهُمْ يَعْلَمُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan irraa garee arraboowwan isaanii kitaabaan micciirantu jira, akka isin kitaaba irraayi jettanii isa yaaddaniif jecha, inni kitaabarraayii miti.inni Rabbiin biraayi jedhu. inni Rabbiin biraayii miti. Rabbirratti kijiba Odoma beekanuu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70