فَلَمَّا وَضَعَتْهَا قَالَتْ رَبِّ إِنِّى وَضَعْتُهَآ أُنثَىٰ وَٱللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا وَضَعَتْ وَلَيْسَ ٱلذَّكَرُ كَٱلْأُنثَىٰ وَإِنِّى سَمَّيْتُهَا مَرْيَمَ وَإِنِّىٓ أُعِيذُهَا بِكَ وَذُرِّيَّتَهَا مِنَ ٱلشَّيْطَٰنِ ٱلرَّجِيمِ
Oromo Translation - Gali AbaborYeroma ishee deesses “Gooftaa kiyya! ani dubran daye" jette. Rabbiin irra beekaa waan isheen deesseeti. “Dhiirri akka durbaa hin taane. Ani Maryam ishee moggaaseera. Ani sheyxaana abaaramaa irraa isheefi sanyii ishees siinan tiksa” [jette].