مُسْتَكْبِرِينَ بِهِۦ سَٰمِرًا تَهْجُرُونَ Oromo Translation - Gali AbaborIsaan (Harama makkaatiin) warra boonan taatanii halkanis ka'abaa biratti (Qur'aana) arrabsaa irraa garagaltan.