ٱللَّهُ وَلِىُّ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ يُخْرِجُهُم مِّنَ ٱلظُّلُمَٰتِ إِلَى ٱلنُّورِ وَٱلَّذِينَ كَفَرُوٓا۟ أَوْلِيَآؤُهُمُ ٱلطَّٰغُوتُ يُخْرِجُونَهُم مِّنَ ٱلنُّورِ إِلَى ٱلظُّلُمَٰتِ أُو۟لَٰٓئِكَ أَصْحَٰبُ ٱلنَّارِ هُمْ فِيهَا خَٰلِدُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborRabbiin gargaaraa warra amananiiti, Dukkanoota irraa gara ifaatti isaan baasa. Warri kafaran gargaartonni isaanii xaaghuuta; Ifa irraa gara dukkanootaatti isaan baasu. Isaan sun warra ibiddaati; isaan ishee keessatti hafoodha.