وَإِنْ عَزَمُوا۟ ٱلطَّلَٰقَ فَإِنَّ ٱللَّهَ سَمِيعٌ عَلِيمٌ Oromo Translation - Gali AbaborYoo hiikkaa irratti muratan, dhugumatti Rabbiin dhagayaa, beekaadha.