caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 2

Medina · revelation order 87 · 2:2

ذَٰلِكَ ٱلْكِتَٰبُ لَا رَيْبَ فِيهِ هُدًى لِّلْمُتَّقِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborKitaabni kuni [Rabbiin biraa ta’uu isaa keessatti] mamiin isa keessa hin jirreedha; warra Rabbiin sodaataniif qajeelfama.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70