caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 174

Medina · revelation order 87 · 2:174

إِنَّ ٱلَّذِينَ يَكْتُمُونَ مَآ أَنزَلَ ٱللَّهُ مِنَ ٱلْكِتَٰبِ وَيَشْتَرُونَ بِهِۦ ثَمَنًا قَلِيلًا أُو۟لَٰٓئِكَ مَا يَأْكُلُونَ فِى بُطُونِهِمْ إِلَّا ٱلنَّارَ وَلَا يُكَلِّمُهُمُ ٱللَّهُ يَوْمَ ٱلْقِيَٰمَةِ وَلَا يُزَكِّيهِمْ وَلَهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, isaan kitaaba irraa waan Rabbiin buuse dhoksanii gatii xiqqaa isaan bitatan, isaan sun garaa isaanii keessatti ibidda malee hin nyaatanu, Rabbiin Guyyaa Qiyaamaa isaan hin dubbisu, isaan hin qulqulleessus, isaaniifis azaaba laalessaa ta’etu jira.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70