caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Maryam, Verse 72

Mecca · revelation order 44 · 19:72

ثُمَّ نُنَجِّى ٱلَّذِينَ ٱتَّقَوا۟ وَّنَذَرُ ٱلظَّٰلِمِينَ فِيهَا جِثِيًّا

Oromo Translation - Gali AbaborSana booda warra Rabbiin sodaatan nagaa baafna; warra miidhaa hojjatan immoo ishee keessatti jilbiiffatoo taasifnee (isaan) dhiifna.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70