caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Maryam, Verse 65

Mecca · revelation order 44 · 19:65

رَّبُّ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا فَٱعْبُدْهُ وَٱصْطَبِرْ لِعِبَٰدَتِهِۦ هَلْ تَعْلَمُ لَهُۥ سَمِيًّا

Oromo Translation - Gali Ababor(Inni) Gooftaa samii, dachiifi wantoota gidduu isaan lamaanii jiraniiti. Isa (qofa) gabbari; gabbartii isaarratti obsi. Sila Isaaf moggoo (fakkaataa) wahii ni beektaa?
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70