caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Israa, Verse 7

Mecca · revelation order 50 · 17:7

إِنْ أَحْسَنتُمْ أَحْسَنتُمْ لِأَنفُسِكُمْ وَإِنْ أَسَأْتُمْ فَلَهَا فَإِذَا جَآءَ وَعْدُ ٱلْـَٔاخِرَةِ لِيَسُـۥٓـُٔوا۟ وُجُوهَكُمْ وَلِيَدْخُلُوا۟ ٱلْمَسْجِدَ كَمَا دَخَلُوهُ أَوَّلَ مَرَّةٍ وَلِيُتَبِّرُوا۟ مَا عَلَوْا۟ تَتْبِيرًا

Oromo Translation - Gali AbaborYoo toltuu hojjattan lubbuma keessaniif toltuu hojjattu. Yoo hamtuu hojjattan isuma irratti. Yeroo waadaan lamaffaa dhufe, akka (diinotiin keessan) fuuleen keessan hammeessan, akka masjiidicha (Aqsaa) akkuma yeroo duraa isa seenanitti seenaniifi, akka waan irratti injifatan barbadeessuu barbadeessan (isin irratti ergina).
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70