caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nahl, Verse 94

Mecca · revelation order 70 · 16:94

وَلَا تَتَّخِذُوٓا۟ أَيْمَٰنَكُمْ دَخَلًۢا بَيْنَكُمْ فَتَزِلَّ قَدَمٌۢ بَعْدَ ثُبُوتِهَا وَتَذُوقُوا۟ ٱلسُّوٓءَ بِمَا صَدَدتُّمْ عَن سَبِيلِ ٱللَّهِ وَلَكُمْ عَذَابٌ عَظِيمٌ

Oromo Translation - Gali AbaborKakuu keessan gidduu keessanitti (wal ganuuf) seensa hin godhatinaa. Faanti erga lafa qabattee booda akka hin mucucaanneef. sababaa karaa Rabbii irraa (namoota) deebiftaniif hamtuu akka hin dhandhamneef. (Oggas) isiniif adabbii guddaatu jira.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70