وَلَا تَشْتَرُوا۟ بِعَهْدِ ٱللَّهِ ثَمَنًا قَلِيلًا إِنَّمَا عِندَ ٱللَّهِ هُوَ خَيْرٌ لَّكُمْ إِن كُنتُمْ تَعْلَمُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborWaadaa Rabbii maallaqa xiqqaatti hin gurguratinaa. dhugumatti, wanti Rabbiin bira jiru, isatu isiniif caalaadha. Yoo kan beektan taatan.