وَعَلَى ٱللَّهِ قَصْدُ ٱلسَّبِيلِ وَمِنْهَا جَآئِرٌ وَلَوْ شَآءَ لَهَدَىٰكُمْ أَجْمَعِينَ
Oromo Translation - Gali Ababor(Tola isaatiin) karaa qajeelaa ibsuun Rabbuma irra jira. Ishee irraa jallaatu jira. (Rabbiin) odoo fedhee hunda keessan isin qajeelcha ture.