caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nahl, Verse 10

Mecca · revelation order 70 · 16:10

هُوَ ٱلَّذِىٓ أَنزَلَ مِنَ ٱلسَّمَآءِ مَآءً لَّكُم مِّنْهُ شَرَابٌ وَمِنْهُ شَجَرٌ فِيهِ تُسِيمُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborInni Isa samii irraa bishaan buuse. Isiniif isa irraa dhugaatiitu jira. Isa irraas muka isin ishee keessatti (beyladoota) tikfattantu (marga).
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70