caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nahl, Verse 67

Mecca · revelation order 70 · 16:67

وَمِن ثَمَرَٰتِ ٱلنَّخِيلِ وَٱلْأَعْنَٰبِ تَتَّخِذُونَ مِنْهُ سَكَرًا وَرِزْقًا حَسَنًا إِنَّ فِى ذَٰلِكَ لَـَٔايَةً لِّقَوْمٍ يَعْقِلُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborFiriilee mukkeen Tamiriitiifi Inabaa irraa dhugaatii macheessuufi soorata gaggaarii godhattu. Dhugumatti kana keessa namoota hubannoo qabaniif mallattootu jira.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70