وَأَوْحَىٰ رَبُّكَ إِلَى ٱلنَّحْلِ أَنِ ٱتَّخِذِى مِنَ ٱلْجِبَالِ بُيُوتًا وَمِنَ ٱلشَّجَرِ وَمِمَّا يَعْرِشُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborGooftaan kee gara kanniisaatti beeksisa godhe “gaarreen, mukaafi waan isaan ijaaran irraa mana godhadhu” (jechuun).