caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nahl, Verse 66

Mecca · revelation order 70 · 16:66

وَإِنَّ لَكُمْ فِى ٱلْأَنْعَٰمِ لَعِبْرَةً نُّسْقِيكُم مِّمَّا فِى بُطُونِهِۦ مِنۢ بَيْنِ فَرْثٍ وَدَمٍ لَّبَنًا خَالِصًا سَآئِغًا لِّلشَّٰرِبِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti beeylladoota keessas xiinxalatu isiniif jira, Waan garaalee isaa keessa jiru irraa cumaafi dhiiga gidduu aannan qulqulluu isin obaafna, kan dhugdootaaf gadi liqimfamaa ta’e.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70