يُنۢبِتُ لَكُم بِهِ ٱلزَّرْعَ وَٱلزَّيْتُونَ وَٱلنَّخِيلَ وَٱلْأَعْنَٰبَ وَمِن كُلِّ ٱلثَّمَرَٰتِ إِنَّ فِى ذَٰلِكَ لَـَٔايَةً لِّقَوْمٍ يَتَفَكَّرُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborIsaan sanyii midhaanii, Zeytuuna, mukkeen Timiraa, Inaboowwaniifi fuduraalee hunda irraa isiniif magarsa. Dhugumatti, kana keessa ummata xiinxalaniif mallattootu jira.