caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nahl, Verse 12

Mecca · revelation order 70 · 16:12

وَسَخَّرَ لَكُمُ ٱلَّيْلَ وَٱلنَّهَارَ وَٱلشَّمْسَ وَٱلْقَمَرَ وَٱلنُّجُومُ مُسَخَّرَٰتٌۢ بِأَمْرِهِۦٓ إِنَّ فِى ذَٰلِكَ لَـَٔايَٰتٍ لِّقَوْمٍ يَعْقِلُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborHalkan, guyyaa, aduufi ji’as isiniif laaffise. Urjiiwwanis ajaja Isaatiin laaffifamoodha. Dhugumatti, kana keessa namoota hubannoo qabaniif mallattooleetu jira.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70