لَا يَمَسُّهُمْ فِيهَا نَصَبٌ وَمَا هُم مِّنْهَا بِمُخْرَجِينَ Oromo Translation - Gali AbaborIshee keessatti dadhabbiin isaan hin tuqu. Isaan ishee irraa baafamoo hintaane.