caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Yunus, Verse 93

Mecca · revelation order 51 · 10:93

وَلَقَدْ بَوَّأْنَا بَنِىٓ إِسْرَٰٓءِيلَ مُبَوَّأَ صِدْقٍ وَرَزَقْنَٰهُم مِّنَ ٱلطَّيِّبَٰتِ فَمَا ٱخْتَلَفُوا۟ حَتَّىٰ جَآءَهُمُ ٱلْعِلْمُ إِنَّ رَبَّكَ يَقْضِى بَيْنَهُمْ يَوْمَ ٱلْقِيَٰمَةِ فِيمَا كَانُوا۟ فِيهِ يَخْتَلِفُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborNuti dhugumatti, Ilmaan Israa’iil iddoo kabajamaa (Shaamiifi Misraan keessa) isaan qubachiifnee jirra. Wantoota gaggaarii irraas soorata isaanif kenninee jirra. Hanga beekumsi isaanitti dhufutti wal hin dhabne. Dhugumatti, Gooftaan kee guyyaa Qiyaamaa gidduu isaaniitti ni murteessa, waan isaan keessatti wal dhabaa turan keessatti.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70