caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Yunus, Verse 92

Mecca · revelation order 51 · 10:92

فَٱلْيَوْمَ نُنَجِّيكَ بِبَدَنِكَ لِتَكُونَ لِمَنْ خَلْفَكَ ءَايَةً وَإِنَّ كَثِيرًا مِّنَ ٱلنَّاسِ عَنْ ءَايَٰتِنَا لَغَٰفِلُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborHar’a qaama keetiin (reeffa kee) akka ati namoota si boodaatiif mallattoo taatuuf si baafna. Dhugumatti, hedduun namoota irraa ta’an mallattoolee keenya irraa dagatoodha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70