وَمَا كَانَ لِنَفْسٍ أَن تُؤْمِنَ إِلَّا بِإِذْنِ ٱللَّهِ وَيَجْعَلُ ٱلرِّجْسَ عَلَى ٱلَّذِينَ لَا يَعْقِلُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborLubbuu kamiifuu hayyama Rabbiitiin ala amanuun hin taane. Isaan sammuu hin qabne irrattii najisa (adabbii) taasisa.