caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Yunus, Verse 101

Mecca · revelation order 51 · 10:101

قُلِ ٱنظُرُوا۟ مَاذَا فِى ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضِ وَمَا تُغْنِى ٱلْـَٔايَٰتُ وَٱلنُّذُرُ عَن قَوْمٍ لَّا يُؤْمِنُونَ

Oromo Translation - Gali Ababor“Mee wantoota samiileefi dachii keessa jiran (hunda) ilaalaa” jedhi. Mallattooleefi akeekkachiiftonni namoota hin amanne irraa homaa hin deebisanu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70