caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah At-Tawba, Verse 75

Medina · revelation order 113 · 9:75

وَمِنْهُم مَّنْ عَٰهَدَ ٱللَّهَ لَئِنْ ءَاتَىٰنَا مِن فَضْلِهِۦ لَنَصَّدَّقَنَّ وَلَنَكُونَنَّ مِنَ ٱلصَّٰلِحِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan irraas namoota “Yoo (Rabbiin) tola Isaa irraa nuuf kenne, silaa dhugumatti ni arjoomna; Gaggaarii irraas ni taana turre” (jechuun) Rabbiif waadaa seenantu jiru.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70