يَحْذَرُ ٱلْمُنَٰفِقُونَ أَن تُنَزَّلَ عَلَيْهِمْ سُورَةٌ تُنَبِّئُهُم بِمَا فِى قُلُوبِهِمْ قُلِ ٱسْتَهْزِءُوٓا۟ إِنَّ ٱللَّهَ مُخْرِجٌ مَّا تَحْذَرُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborMunaafiqoonni suuraan waan onneewwan isaanii keessa jiru isaanitti odeessitu isaan irratti buufamuu sodaatu. Jedhiin: “qishnaa godhaa. Rabbiin waan isin sodaattan (ifa) baasaadha.”