أَلَمْ يَعْلَمُوٓا۟ أَنَّهُۥ مَن يُحَادِدِ ٱللَّهَ وَرَسُولَهُۥ فَأَنَّ لَهُۥ نَارَ جَهَنَّمَ خَٰلِدًا فِيهَا ذَٰلِكَ ٱلْخِزْىُ ٱلْعَظِيمُ
Oromo Translation - Gali AbaborSila isaan hin beeknee? nama Rabbiifi ergamaa Isaa faallesse, ibidda jahannamtu ishee keessatti kan hafu ta’ee isaaf jira jechuu. Kun salphina guddaadha.