يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوٓا۟ إِنَّمَا ٱلْمُشْرِكُونَ نَجَسٌ فَلَا يَقْرَبُوا۟ ٱلْمَسْجِدَ ٱلْحَرَامَ بَعْدَ عَامِهِمْ هَٰذَا وَإِنْ خِفْتُمْ عَيْلَةً فَسَوْفَ يُغْنِيكُمُ ٱللَّهُ مِن فَضْلِهِۦٓ إِن شَآءَ إِنَّ ٱللَّهَ عَلِيمٌ حَكِيمٌ
Oromo Translation - Gali AbaborYaa warra amantan! Mushrikoonni najisa; waggaa isaanii kana booda masjiidicha kabajamatti akka hin dhiyaanne. Yoo beela sodaattan Rabbiin yoo fedhe tola Isa irraa ta’een isin duroomsa. Dhugumatti, Rabbiin beekaa, ogeessa.