وَلَا يُنفِقُونَ نَفَقَةً صَغِيرَةً وَلَا كَبِيرَةً وَلَا يَقْطَعُونَ وَادِيًا إِلَّا كُتِبَ لَهُمْ لِيَجْزِيَهُمُ ٱللَّهُ أَحْسَنَ مَا كَانُوا۟ يَعْمَلُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborKennaa xiqqoos ta’ee guddaa hin kennan; laga tokkos hin qaxxaamuran, yoo isaaniif barreeffame malee, Rabbiin gaarii waan isaan dalagaa turanii isaanii galata galchuuf jecha.