وَلَقَدْ رَءَاهُ بِٱلْأُفُقِ ٱلْمُبِينِ Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, inni moggaa ol aanaa (samii) ifa galaa (gara Bahaa) keessatti isa argee jira.