وَإِن يُرِيدُوٓا۟ أَن يَخْدَعُوكَ فَإِنَّ حَسْبَكَ ٱللَّهُ هُوَ ٱلَّذِىٓ أَيَّدَكَ بِنَصْرِهِۦ وَبِٱلْمُؤْمِنِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborYoo isaan si ganuu fedhan, dhugumatti ga’aan kee Rabbuma, Inni Isa si jabeesse tumsa Isaatiifi mu’uminootaan.