caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Anfaal, Verse 63

Medina · revelation order 88 · 8:63

وَأَلَّفَ بَيْنَ قُلُوبِهِمْ لَوْ أَنفَقْتَ مَا فِى ٱلْأَرْضِ جَمِيعًا مَّآ أَلَّفْتَ بَيْنَ قُلُوبِهِمْ وَلَٰكِنَّ ٱللَّهَ أَلَّفَ بَيْنَهُمْ إِنَّهُۥ عَزِيزٌ حَكِيمٌ

Oromo Translation - Gali AbaborGidduu onneewwan isaanii wal taasise. odoo (wal taasisuuf) waan dachii keessaa hunda arjoomteeyyuu, gidduu onneewwan isaanii wal taasisuu hin dandeessu, Garuu Rabbitu gidduu isaanii wal taasise. Inni injifataa, ogeessa.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70