caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Anfaal, Verse 32

Medina · revelation order 88 · 8:32

وَإِذْ قَالُوا۟ ٱللَّهُمَّ إِن كَانَ هَٰذَا هُوَ ٱلْحَقَّ مِنْ عِندِكَ فَأَمْطِرْ عَلَيْنَا حِجَارَةً مِّنَ ٱلسَّمَآءِ أَوِ ٱئْتِنَا بِعَذَابٍ أَلِيمٍ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo isaan jedhan yaadadhu “Yaa Allaah! Yoo kuni dhugaa si biraa (bu’e) ta’e, samii irraa dhagaa nurratti roobsi; yookiin adabbii laalessaa nutti fidi”.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70