وَجَمَعَ فَأَوْعَىٰٓ Oromo Translation - Gali Ababor(Qabeenya) walitti qabee (zakaa odoo hin kennin) lakkaa’u (hunda waamti).