caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-An'aam, Verse 123

Mecca · revelation order 55 · 6:123

وَكَذَٰلِكَ جَعَلْنَا فِى كُلِّ قَرْيَةٍ أَكَٰبِرَ مُجْرِمِيهَا لِيَمْكُرُوا۟ فِيهَا وَمَا يَمْكُرُونَ إِلَّا بِأَنفُسِهِمْ وَمَا يَشْعُرُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborAkkasumas magaalota hunda keessatti gugurdoo jallattoota ishee akka ishee keessatti dhara karoorsaniif goone. Hin beekanu malee, lubbuu isaanii irratti malee dhara hin karoorsanu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70