وَلَهُ ٱلْجَوَارِ ٱلْمُنشَـَٔاتُ فِى ٱلْبَحْرِ كَٱلْأَعْلَٰمِ Oromo Translation - Gali AbaborDooniiwwan tolfaman kan akka gaarreenii galaana keessa yaa’an kan Isaati.