فَكَانَ قَابَ قَوْسَيْنِ أَوْ أَدْنَىٰ Oromo Translation - Gali AbaborHanga (fageenya) qabannaa gooboo (dagaanaa) lamaanii yookiin sana irra dhihoo ta’e. {2}