caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 93

Medina · revelation order 112 · 5:93

لَيْسَ عَلَى ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ وَعَمِلُوا۟ ٱلصَّٰلِحَٰتِ جُنَاحٌ فِيمَا طَعِمُوٓا۟ إِذَا مَا ٱتَّقَوا۟ وَّءَامَنُوا۟ وَعَمِلُوا۟ ٱلصَّٰلِحَٰتِ ثُمَّ ٱتَّقَوا۟ وَّءَامَنُوا۟ ثُمَّ ٱتَّقَوا۟ وَّأَحْسَنُوا۟ وَٱللَّهُ يُحِبُّ ٱلْمُحْسِنِينَ

Oromo Translation - Gali Ababorwarra amananii gaarii hojjatanirra badiin hinjiru, Waan (dur) nyaatan keessatti, yeroo (Rabbiin) sodaatanii (Isatti) amananii gaggaarii hojjatan, ergasii (Rabbiin) sodaatanii (Isatti) amanan; ammas (Rabbiin) sodaatanii (dalagaa) tolchan. Rabbiin toltuu hojjattoota jaalata.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70