caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 81

Medina · revelation order 112 · 5:81

وَلَوْ كَانُوا۟ يُؤْمِنُونَ بِٱللَّهِ وَٱلنَّبِىِّ وَمَآ أُنزِلَ إِلَيْهِ مَا ٱتَّخَذُوهُمْ أَوْلِيَآءَ وَلَٰكِنَّ كَثِيرًا مِّنْهُمْ فَٰسِقُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborOdoo kan Rabbitti, nabiyyittiifi waan gara isaatti bu’etti amanan ta’anii, silaa isaan jaalallee hin godhatanu turan. Garuu isaan irraa (namoonni) hedduun finciltoota.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70